God is omniscient!

频道
@Faarfannaa2 · 未分类 · — · 英语

"Baga gara ''God is omnscient'' nagaa dhuftan. Chaanaaliin kun madda jajjabinaa, beekumsaa fi abdii dhaloota boruuti. Nu waliin ta'uun Faarfannaa lubbuu sooran, gorsa jireenyaa, akkasumas walaloowwan onnee haaromsan ni argattu maatii keenyaa ta'aa!''

暂无评级
最近同步 2 天前
收录于 2026-10-19
订阅数 5,343 7 日 — · 30 日 —
30 天平均曝光 770 近 24h 0
互动率(ERR) 0.0% 7 天发帖 0
广告投放评级 — Ads Index —

订阅数趋势

暂无历史快照

暂无订阅曲线

频道同步积累更多快照后,这里会显示趋势图。

近 30 天曝光

每日帖子浏览总量

暂无曝光数据

每日指标任务运行后生成。

互动与广告

近 30 天帖子聚合

平均反应
11.5
平均评论
0
平均转发
3.5
广告帖子(30 天)
0
广告占比
0.0%
被提及(30 天)
0

榜单位置

各窗口最近一次榜单

全部榜单 →

暂未进入榜单

频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。

最近帖子

按发布时间倒序,最多展示 8 条

在 Telegram 查看 →

Xinsammuu 1.Namni tokko baay'ee rafa yoo ta’e,gammada miti jechuu dha. 2.Namni tokko baay'ee yoo kolfe,keessa isaa kophummaan akka jiru agarsiisa. 3.Namni tokko baay'isee nama gargaara yoo ta’e,ofi isaayyuu gargaarsa akka barbaadu agarsiisa. 4.Namni tokko baay…

2026-10-15 17:29 👁 646 👍 12 💬 0 ↗ 5

🕊️ DHUGAA JIREENYAA FI HUBAANNAA GAARII 🕊️ "Namni sirraa fagaate hundi si jibbee ta'uu dhiisuu danda'a; yeroo tokko tokko rakkinni keessa jiran humna isaaniitii ol ta'uu mala." Mee yeroo tokko tokko namootaaf bakka dhiifamaa fi hubannaa haa kenninu: 🌿 1. Miidh…

2026-10-03 03:19 👁 894 👍 11 💬 0 ↗ 2

@Faarfannaa2

2026-09-20 04:47 👁 566 👍 15 💬 0 ↗ 0

✍️ Jireenya kee keessatti gosa namoota sadiitu (3) si mudata: ✅ 1. Inni tokkoffaan: Si jabeessa, si onnachiisa; abdii cite si keessatti deebisee haroomsuun, galaa jireenyaa fi mo'ichaa siif qopheessa. ✅ 2. Inni lammaffaan immoo: Si dura dhaabbatee abdii si kut…

2026-09-15 03:23 👁 964 👍 7 💬 0 ↗ 3

🎉 Baga Ayyaana Waggaa Bara Haaraa kan Bara 2019 nagaadhaan geessan! 🎉 Yeroon akkamitti saffisaan deemaa akka jirtu ni hubatta mitii? Wanti hundi guutummaatti dafee jijjiiramaa jira. Wanti bara darbe gatii guddaa qabuu fi mogaa galii siif ture hedduun isaanii h…

2026-09-11 02:09 👁 1,449 👍 9 💬 0 ↗ 4

#Milkaa'ina #Jireenya #Kakka'umsa #ArchitectLife #SuccessMindset 1. Hojiin kee har'aa bu'aa hin argamsiifne sitti hin fakkaatin; inni kun hundee ati boru irratti dhaabbattuudha. Obsi! 2. Kufuun kufaatii miti; achumaatti hafuudha malee kufaatiin. Har'a kufte je…

2026-08-29 03:20 👁 1,319 👍 8 💬 0 ↗ 3

YEROO HUNDUMAA yaadadhu: Akka wanti kaleessa darbe deddeebi'ee sin jeeqneef, waa'ee isa darbee hin dhiphatiin. Namni waa'eekoo maal jedha jettee hin yaadda'iin Gammachuukeef shoora olaanaa kan taphatu suma mataakee qofaadha Yeroon kan hin jijjiirre waan hin ji…

2026-08-22 01:21 👁 1,032 👍 8 💬 0 ↗ 4

#Namaan_Hin_Dorgomin! ◈ Addunyaa kana irraa dhukkubni hamaan kaanserii caaluu namaan dorgomuudha!Ati kaayyoo kan biraaf uumamte inni kaanis akkasuma kaayyoo isaa galmaan ga'achuuf addunyaa kana irra asiif achi jooree jawwaraa oola! Ati nama kamiin iyyuu hin do…

2026-08-21 02:24 👁 1,395 👍 7 💬 0 ↗ 1

相似频道

基于 Telegram 官方相似频道推荐

暂无相似频道

等待相似频道抓取任务运行。