Jalalaa dhugaa

频道
@jalalaadhugaa · 未分类 · — · 英语

jaalala dhugaa❤️ Channeli kana keysatti wanti argattan ✦ Gorsa jaalalaa ✦ imiman walaloo ✦ Yaada Jaalalaa ✦ Kalaqa walaloo ✧Sirboottan Jaalalaa ✧Seenaa dhunfaa Bifa Walalootiin ✦ Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu Yaadaaf @Amir67f

暂无评级
最近同步 16 小时前
收录于 2026-10-29
订阅数 6,813 7 日 — · 30 日 —
30 天平均曝光 — 近 24h 0
互动率(ERR) 0.0% 7 天发帖 0
广告投放评级 — Ads Index —

订阅数趋势

暂无历史快照

暂无订阅曲线

频道同步积累更多快照后,这里会显示趋势图。

近 30 天曝光

每日帖子浏览总量

暂无曝光数据

每日指标任务运行后生成。

互动与广告

近 30 天帖子聚合

平均反应
—
平均评论
—
平均转发
—
广告帖子(30 天)
0
广告占比
—
被提及(30 天)
0

榜单位置

各窗口最近一次榜单

全部榜单 →

暂未进入榜单

频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。

最近帖子

按发布时间倒序,最多展示 8 条

在 Telegram 查看 →

Osoo Galaanoo taatanii akkam gootuu? Seenaan seenaa dhugaa dha. Seenaa Galaanoo fi Naanaatii Baay'een gadda, dhiirri rakkatu malee hin boo'u. Dubbiin akkasi turte. Mucaan kun maqaan isaa Galaanoo jedhama. Akkuma namni tokko durba tokko jaallatu, innis Micayyoo…

2023-01-31 20:48 👁 4.7万 👍 0 💬 0 ↗ 140

"Sin jaaladha jedhi Yookaan deemi didii deemuun dura garuu #Durbummaa_Koo_fidi😜 Ijji koo simalee Homaa nan argituu Ooyiruunkoo simalee Midhaan naan margitu! Sin jaaladha qashtii Hundarra caalchisee Guutummaa onnee koo Si qofan dhaalchise" Naan jettee hin turre…

2022-12-06 22:40 👁 3.5万 👍 0 💬 0 ↗ 169

https://youtube.com/@semarudinumar

2022-12-03 19:34 👁 2.9万 👍 0 💬 0 ↗ 8

𝙟𝙖𝙖𝙡𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪 𝙣𝙞𝙞 𝙗𝙖𝙧𝙗𝙖𝙖𝙙𝙙𝙖𝙖? 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑠𝑖 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑡𝑡𝑒𝑒𝑓, 𝑛𝑎 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑡𝑡𝑒 𝑗𝑒𝑡𝑡𝑒𝑒 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑜𝑓 𝑡𝑢𝑢𝑙𝑡𝑢 𝑦𝑜𝑜 𝑡𝑎'𝑒, 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑏𝑜𝑜𝑛𝑡𝑢 𝑦𝑜𝑜 𝑡𝑎'𝑒, 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑞𝑜𝑜𝑠𝑡𝑢 𝑦𝑜𝑜 𝑡𝑎'𝑒, 𝑜𝑓 ℎ𝑎𝑟𝑘𝑎𝑎 𝑏𝑎𝑎𝑠𝑢𝑢 𝑘𝑎𝑎𝑡𝑒𝑟𝑡𝑎🏃🏻‍♀🏃🏻‍♀ 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙞𝙨𝙝𝙞𝙞𝙣 𝙨𝙞 𝙟𝙖𝙖𝙡𝙖𝙩𝙩𝙪𝙩𝙩𝙞; 👉🏼 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑠ℎ𝑖𝑖 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑡𝑢, 👉🏼 𝑘𝑎𝑛 𝑖𝑠ℎ𝑖𝑖 𝑘𝑎𝑏𝑎𝑗𝑢, 👉🏼…

2022-11-03 00:12 👁 3.1万 👍 0 💬 0 ↗ 87

Si Jaaladha ~ Amma na jaalattu sin jaalla dabalee Keessa koo mooteetta hin baatu yoomillee ~ Si'i gammachuun koo iddoon koo boqonnaa Afuurri kee damma seeqni kee qabbanaa ~ An siinan mul'adha akka aduu ifee Si waliin gammachuun gara kiyya dhufee ~ Si jaaladha…

2022-10-29 04:50 👁 3.1万 👍 0 💬 0 ↗ 319

#jaalala_Dhugaa! Goroorri kee dammaa Laphee koo qabbaneessa Osoon si argee ammaa Dadhabbi koon balleessaa💗 Halkanii guyyaan siyaadaa Loosha onneef mootii Silaa sii fudheen badaa Akka yaada kootii.👫 Gubaan yaada keetii Takkallee nan ciibsuu Qalbiin sumaa feetii…

2022-10-29 04:49 👁 2.9万 👍 0 💬 0 ↗ 260

Nama biraa hin qabuu Simalee ani firaa Jaalallee koo dammee Hin fagaatin narraa Kun jaalala miti Maraachatu na qabee Oolee buluun dadhaba Sagalee kee dhabee Duruu wal jaalata Namni bakka bakkaa Maaliif jaalalti kee Hirriba na dhorkaa Na bobbooressita Laphee ko…

2022-10-29 04:46 👁 2.5万 👍 0 💬 0 ↗ 171

Qofaa kiyya na dhiiftee Ati deemtus na gattee...! Keessi koo tasan beektuu Imaanaa kee dagattee...! Hin abdattu yoomiyyuu Garaan koo orma amantee...! Onneen koo hin jiraattuu Irbuu kaleessaa gantee...! Sin yaadadha har'ayyuu Aduu dhihee bari'uu...! Yaadni kee…

2022-10-29 04:41 👁 2.3万 👍 0 💬 0 ↗ 90

相似频道

基于 Telegram 官方相似频道推荐

暂无相似频道

等待相似频道抓取任务运行。