Duras mee rakkoon keessan kana walaloo hamma kanaa argattanii ilaaluuf copy gochuu malee react 🥰❤️👍 gochuu hin beektaniim. Mee wal bira qabaa ilaalaa view fi react🤔
Walaloo Ortodoksii Tewaahidoo
频道Chaanaalii kanarratti Yeroo hunda Walaloo Seera Mana Amantaa Ortodoksii Doogmaa fi Qannoonaa eeggatetu F/taa Qananiisaa Dabaleen barraa'ee isiniif darba. Gaaffiif 👉 @DeebiiOrtodoksii_Bot 📞+251913308530/+251955505836 Deeggarsaaf👉CBE:- 1000502109848
互动与广告
近 30 天帖子聚合
- 平均反应
- 21.4
- 平均评论
- 1.4
- 平均转发
- 23.3
- 广告帖子(30 天)
- 0
- 广告占比
- 0.0%
- 被提及(30 天)
- 2
榜单位置
各窗口最近一次榜单
暂未进入榜单
频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。
最近帖子
按发布时间倒序,最多展示 8 条
Gabra-Kiristoos -> kutaa.. 2 Dhugumatti addaa nama ajaayibsiisaa Hojiin abbaa keenyaa gochiif akkaataan isaa Dhalatee guddachuun bifaaf qaamaan namaa Garuu sammuun isaa hundisaa akka Ergamaa Mee ka'een jalqabaa waahee raajii isaa Sinitti hin baay'isuu xiqquma…
Gabra Kiristoos Raajidha kan isaa kan Abbaa keenyaatii Dadhabaa fakkaatee mataa qulqulluutii Mee ka'een eegalaa baay'eedha kan isaa Dubbadhee hin fixuu xiqquma isaan ibsaa Namni duruu dagataa addunyaarraa fagaatee Osoo homaa hin argiin mi'aa ishee hubatee Inni…
Hundeeffama Baga ittiin isin gahe guyyaa addaa kanaan Guyyaa eebbifamtuu hundeeffama Waldaan Deebiseen isiniin jedhaa baga itti geessanii Maqaa Waaqayyootiin kan ijaaramtanii Tokkos lamas sadis isaa olis taatanii Isin maqaa kootiin yoo walitti qabamtanii Sin g…
Walaloo Fayyisaa Addunyaa Kunoo React baay'ee yoo qabaate kutaa 3ffaa bifa kana caala nama hawwatuun isiniifan barreessa 👇 Fannifame👇 https://t.me/walaloo0/214 Naa hin malu dhiifamni👇 https://t.me/walaloo0/215
https://t.me/walaloo0/15 https://t.me/walaloo0/80 https://t.me/walaloo0/83 https://t.me/walaloo0/314 Walaloowwan Qulqulluu Mikaa'el Kunoo Baafata Isaa Ittiin Baafadhaa. Yeroo Gaarii Qabaadhaa🙏
Simannaa B/ta University Baga nagaan dhuftan Firiin Abdii Borii Simatamtaniittu isiniin jenne noorii Barattoonni haaraa mooraa yunivarsiitii Baga nagaan dhuftan siniin jenna hundumtii Iddoo nyaata addunyaa dabalata lubbuu Bakka kaan irraatii bakka dhamsa qabuu…
Walaloo Akkamii Isiniif Gallakkisu? Nama Dursee Gaafate 5f qofa ni qopheessina.
相似频道
基于 Telegram 官方相似频道推荐
暂无相似频道
等待相似频道抓取任务运行。