✧ MILKAA'INA Jechuun:✧ ➊. Galma ofii arguudha! ➋. Rakkoolee mudachuu danda'an beekuu! ➌. Fakkii yaada qulqullaa'aa uumuu! ➍. Dhiibbaa hamaa sammuu keessaa haxaa'uu! ➎. Jijjiiramaaf hojjechuu! ➏. Jabaatanii itti fufuu! ➐. Akka dandeessu addunyaatti argisiisudha…
MADDA BEEKUMSAA 🌳
频道📚𝐑𝐚𝐬𝐮𝐮𝐥𝐥𝐢 صلي الله عليه وسلم 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧"𝐛𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐮𝐧 𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐢𝐫𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚!" https://t.me/maada_beekumsaa 𝗖𝗼𝗻𝘁𝗮𝗰𝘁:- @maada_beekumsaa
互动与广告
近 30 天帖子聚合
- 平均反应
- 7
- 平均评论
- 0
- 平均转发
- 1.7
- 广告帖子(30 天)
- 0
- 广告占比
- 0.0%
- 被提及(30 天)
- 1
榜单位置
各窗口最近一次榜单
暂未进入榜单
频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。
最近帖子
按发布时间倒序,最多展示 8 条
AssalaamAleeykum Warahmatullahi wabarakaatuhuu wabarakaatuhuu ahibbatii❤️🫰 Yaa jama'aa otoo taa'uu waan wahii yaade....🥰 Maaliif challenge guyyaa 30 hin jalqabne..... Innis istigfaara 100....guyyaan warra duraan irra hin jirreef...(narra hin ilaalinaa kan akka…
Hin darba Jechi #hin_darba jedhu kun Kan hubateef gorsa Kan xiinxaleef qorsa Kan Rakkateef obsa #Kenna Dhugaadha! ◘ Hin darba jechuu yoo beekte: ✦ Waan uumamteef hubatta! ✧Kan Rakkatteef obsita! ✦Waan dhibamtes fayyita! ✧Aakhiraa keetiif cinqamta! ✦Murtee Rabb…
🌿 Amantiin Islaamaa Badhaasa Guddaadha 🌿 Amantiin Islaamaa waan akka malee qaalii ta’e; qabeenyaan, qaroominaan ykn humnaan bitachuun hin danda’amu. • Namoonni hedduun qaroomina addunyaa fi beekumsa baay’ee qabu; garuu Islaamummaa hin qaban. • Namoonni biroon…
Namni Jalqaba Mowlida Jalqabe Eenyu? Mowlida Jechuun : Dhaloota: jechuudha, Garuu dhaloonni kuni kan (Nabi Muhammad ﷺ ) Jechuu itti baanan, Namni jalqaba mowlida kabajuu jalqabe hijraa irraa amata 500 lakkaawatee amata 600 keessa ykn amata 700 xummura irratti…
🌹 MUSLIMA TA’UU KEETIIF RABBIIF GALATA GALCHI! 🤲🕌 ✅ Warra qabeenyaan dhaadatu gaafa argite, warra gosaa fi shanyiin dhaadatu gaafa argite, ati Diina Rabbiitiin dhaadadhu! Diin Islaamaa irra jiraachuu keetiin booni. Karaa Rabbii qabachuu caalaa wanti guddaan hi…
😴 Hirribaan duratti hin irraanfatin... 1. Wadda"atte rafuu.. 2. Raka"a lama salaatu... 3. Salaata witrii salaatu.. 4. Firaasha kee oggu sadi (3) bismallaah jechaa irraa haxaawu... 5.zikrii hirriba jachuu.. 6.salaatu subhiitif ka"u niyyachuu.. 7.hirriba kee niy…
"Namni salawaata takka narratti buuse, Rabbiin salawaata kudhan isa irratti buusa jedhan Rasuulli Rabbiiﷺ." #𝐒𝐚𝐥𝐥𝐮_𝐀𝐥𝐚𝐚__𝐍𝐚𝐛𝐢𝐢_ﷺ
相似频道
基于 Telegram 官方相似频道推荐
暂无相似频道
等待相似频道抓取任务运行。