✏️ SEENAA IRSAASII: AMALOOTA SHANAN ✏️ Bara tokko mucaa xiqqoo tokkotu akkoo isaa kan xalayaa barreessitu tokko ta’ee ilaalaa ture. Mucaan sun suuta jedhee, "Akkoo, seenaa waa’ee koo barrreessaa jirtaa?" jedhee gaafate. Akkoon isaas kolfaa, "Ilaali ilma ko, se…
Gola Oromiyaa
频道☘️☘️🍏🍏💚💚🌲🌲 Keessoo Keessa keenyaa GOLA OROMIYAA ☘️Oromiyaa Magariituu, Qabeenya Uumamaan badhaatuu! 💯Oromiyaa Guddoo 🌲🍏🎄☘️🎄💚🌲☘️
互动与广告
近 30 天帖子聚合
- 平均反应
- 0
- 平均评论
- 1
- 平均转发
- 1
- 广告帖子(30 天)
- 0
- 广告占比
- 0.0%
- 被提及(30 天)
- 0
榜单位置
各窗口最近一次榜单
暂未进入榜单
频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。
最近帖子
按发布时间倒序,最多展示 8 条
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ 🎓 WELCOME TO COMET ACADEMY 🚀 COMET ACADEMY is an educational platform created to help students understand difficult topics, strengthen their knowledge, and prepare confidently for exams. 😎 What you’ll find on our YouTube channel: ✅ Exam-focused…
Shinootee Aadaa Fuudhaaf Heeruma Oromoo Salaalee ! Shinooteen maaliif hidhama? Shinooteen hawwii gaarii nama fuudhu tokkoof taasifamuudha. Shinootee kan hidhu fira dhiiga fi fira alagaa warra mucaati. Cidha irratti shinootee yeroo lama itti fayyadamu. Inni jal…
#Kana_Beektuu_Laataa? ✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️ #Lakkoofsi_SHAN maali? Oromoo biratti akkamitti ilaalama? Shanii fi dhugaa kudha-shan! Itti dhiyaadha🙏 ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 🖐-Oromoon Gadaa shan qaba 1-Gadaa Birmajjii 2-Gadaa Duuloo 3-Gadaa Meelbaa 4…
1. Gola Oromiyaa 🔗@GolaOromiyaaa 2. Kana Beektuu 🔗@KanaBeektuul 3. Madda Seenaa 🔗@Maddaseenaa 4. Kitaabilee Xinsammuu 🔗@KitaabileeXinsammuu 5. Qoraasuma Media 🔗@QoraasumaMedia1 6. Furtuu Kaayyoo 🔗@Furtuukaayyoo 7. Abjuu Egeree 🔗@AbjuuEgeree 8. Jecha Beektotaa…
Jechoota wareegamtoota Oromoo muraasa 1. ''Namni seenaasaa hin beekne bishaan gabateerraati, gara argetti jallata'' Ebbisaa Addunyaa 2. ''Gabrummaarra duuti bilisummaadha'' Elemoo Qilxuu 3. ''Qawwee dandeenyu haa tolfannu, qabeenya qabnuun haa bitannu, dadhabn…
Dhaha ykn Calendar Oromoo kana beekuu laata⁉️ Kutaa 2ffaa Dhahaan Booranaa ji'oota 12 qaba. Dhahaan addeessarratti waan hundaa'uf, ji'a tokko keessa guyyoota 29.5 qabata. Kunis waggaa keessatti guyyaa 354 ta'a Akka Dhahaa Booranaatti, waggaa haaran ji'a Bitoot…
Dhaha ykn Calendar Oromoo kana beekuu laata⁉️ Kutaa 1ffaa Dhahaan Booranaa akkataa ittiin ummanni Oromoo Booranaa guyyaa, ji'aa fi waggaa lakkaawwudha. Dhahaan kun Dhaloota Kiristoos Dura bara 300tti ummame. Akka dhahaa kanaatti ji'a keessa guyyaa 29.5tu jira,…
相似频道
基于 Telegram 官方相似频道推荐
暂无相似频道
等待相似频道抓取任务运行。