Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu o💕:مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️…
KENNAA
频道KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!! Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
互动与广告
近 30 天帖子聚合
- 平均反应
- 0.2
- 平均评论
- 0
- 平均转发
- 0
- 广告帖子(30 天)
- 0
- 广告占比
- 0.0%
- 被提及(30 天)
- 0
榜单位置
各窗口最近一次榜单
暂未进入榜单
频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。
最近帖子
按发布时间倒序,最多展示 8 条
Araba keessatti “Maraataa Leeylaa (مجنون ليلى)” nama ja'amuutu ture. Maqaan isaa Qeeysi Bin Almulawwa ja'ama. Intala Leeylaa ja'amtu garmalee jaalate. Garuu isiin boodarra isa dhiiftee Kan biraa heerumte. Asirraa eegalee Akka Nama maraatuu tahe. Leeylaa malee…
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu Baga guyyaa kabajamaa guyyaa jumu'aa kanaan isin gahe!!! Jumu'aa itti waan yaaddan argatan isiniif haa ta'u!! @Kennaapost. @Kennaapost T.me/Kennaapost
Maqaan isaanii Sheikh Abdul-aziiz Al-xariifii ja'ama. Nama Umriin isaa amma 40 moota keessa jirtu yoo tahu garuu Aalima amma addunyaan tun qabduu dha. Dr. Zakir Naik waggaa muraasa dura “Ulamaa'ii lubbuun jiran jidduu eenyu akkaan dinqisiifatta?” ja'amee gaafa…
Namni Jalqaba Mowlida Jalqabe Eenyu? Mowlida Jechuun : Dhaloota: jechuudha, Garuu dhaloonni kuni kan (Nabi Muhammad ﷺ ) Jechuu itti baanan, Namni jalqaba mowlida kabajuu jalqabe hijraa irraa amata 500 lakkaawatee amata 600 keessa ykn amata 700 xummura irratti…
Sagalee bareedduu kana seenaa dhaggeeyfadhaa mee❤️ https://youtube.com/shorts/TLCb9hx-fH8?si=zOQXSNXfli9iON48
Dhaamsa Ajaa'ibaa! Warra fuudheef.. Yoo jaartiin tee "Guyyaa 3 maatii Bira turuu barbaada, naaf hayyami" siin jatte Hadaraa "TOLE" jattee hin hayyaminiif. Sababnis "narraa hafuura baafachuu barbaadee Jira" jattee hiikkatti 😃 "Lakkii hin hayyamu!" Jatteellee hi…
Kan nuti gabbarru tokkichi Allaah qofa, kan nuti of gargaarsifannu tokkichis Allaah qofa!!!. Namni Allaah qofa irratti hirkate dhugumaan milkaa'aadha!!! @Kennaapost. @Kennaapost T.me/Kennaapost
相似频道
基于 Telegram 官方相似频道推荐
暂无相似频道
等待相似频道抓取任务运行。