Gaaffii Keessaniif Deebii

频道
@Araaraat · 未分类 · — · 英语

Gaaffiwwan dargaggootaa amantaan walqabatan kan barsiisota M/K/O/T Itoophiyaan deebiin itti kenname, karaa barreeffamaafi sagaleen dabarsuuf chaanaalii baname dha. 👉 Yaadaafi gaaffii qabdaniif @GuutiiG

广告 B
最近同步 3 天前
收录于 2026-10-25
订阅数 6,241 7 日 — · 30 日 —
30 天平均曝光 1,187 近 24h 564
互动率(ERR) 9.0% 7 天发帖 1
广告投放评级 B Ads Index 65

订阅数趋势

暂无历史快照

暂无订阅曲线

频道同步积累更多快照后,这里会显示趋势图。

近 30 天曝光

每日帖子浏览总量

暂无曝光数据

每日指标任务运行后生成。

互动与广告

近 30 天帖子聚合

平均反应
7.3
平均评论
0.4
平均转发
5.7
广告帖子(30 天)
0
广告占比
0.0%
被提及(30 天)
0

榜单位置

各窗口最近一次榜单

全部榜单 →

暂未进入榜单

频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。

最近帖子

按发布时间倒序,最多展示 8 条

在 Telegram 查看 →

"Nama Jechiisaa fi Gochi Isaa Wal Hin Simne!" Maat 23:3 Namni tokko afaan isaatiin wantoota gaarii hedduu dubbachuu ni danda’a. Waa’ee jaalalaa barsiisuu, waa’ee gad of qabuu lallabuu, waa’ee dhiifamaa dubbachuu fi waa’ee dhugaa ija jabinaan ragaa bahuu ni dan…

2026-10-20 14:45 👁 564 👍 8 💬 0 ↗ 12

#Namni Yeroo qofaa Hafu, Eenyummaa Isa Waliin Hafa! ~ Namni namoota gidduu yeroo jiraatu, fuulota garaagaraa qabaachuu danda’a. Fuula tokko maatii isaatti, kan biraa hiriyoota isaatti, kan biraa bakka hojii isaatti, akkasumas kan biraa hawaasa keessatti agarsi…

2026-10-10 23:02 👁 950 👍 6 💬 0 ↗ 7

Namni dhugaa irraa yeroo baqatu, yeroo tokko tokko of irratti soba ijaara. Dhugaa beekus, fudhachuus yeroo rakkatu, ofii isaatiif sababa uuma. “Sababii ani akkas ta’eef nan qaba.” ➢ “Namoonni kaanis akkasuma godhu.” ➢ “Kun waan xiqqaa dha.” ➢ “Booda nan jijjii…

2026-10-10 23:02 👁 1,216 👍 9 💬 0 ↗ 3

💐💐#Waqxii_Daraaraa🌹🌹 🌻Mana Kiristaanaa Ortodooksii Tewaahidoo Itiyoophiyaatti, waggaa waggaadhaan Fulbaanni 25n "Ayyaana Abaaboo" jedhamuun kabajama. Fulbaanni 25 akka Mana Kiristaanaa keenyatti, guyyaa ganni itti ba’ee, birraan itti seenuu dha. Yeroo booda ga…

2026-10-05 14:17 👁 1,405 👍 17 💬 2 ↗ 7

Kabaja Ayyaana Ifa Fannoo Gooftaa Keenya Iyyasuus Kiristoos kan bara 2019 B.A Waldaa Sillaaseen Dirree Masqalaatti. Guutuu isaa You tube Waldichaa irraa seenaa daawwadhaa. https://youtu.be/zD6UyrDzlwI?si=DvhQRIZwS1wkY0BS

2026-10-02 22:41 👁 1,276 👍 1 💬 1 ↗ 1

#Muka_Jireenyaa" ❖ Qulqulluun Ireeniyoos, akkana jedha: “Cubbuun mukaan hojjetame; ajajamuu mukaatiin, jechuunis Waaqayyoof ajajamuu isaatiin, Ilmi Nama muka irratti fannifamuun beekumsa hamaa balleessuun beekumsa gaarii fiduun haqame. Akkasumas, Waaqayyoof aj…

2026-09-26 13:58 👁 1,701 👍 7 💬 0 ↗ 4

https://telegra.ph/Dubbii-Fannoo-Barsiisa-Kiristaanummaa-keessatti-09-26-2 Barumsa kana keessatti maalummaa fannoo irraa eegalee fannoo kiristaanummaa keessatti hiikka inni qabu fi gaaffiiwwan shakkitoota irraa kahuuf deebiin kan itti kennamu ta'a. Akka walii…

2026-09-25 22:16 👁 1,199 👍 3 💬 0 ↗ 6

Dhimma Geggeessummaa irratti turtii Dr. Katamaan Miidiya Waldaa Sillaasee wajjiin taasise kana seenaa dhageeffadhaa. Bu'a ijoo ta'e irraa argattuu. Achumaan miidiyicha subscribed taasisaa! 👇👇👇👇 https://youtu.be/-o8q2B3f2Cg?si=1CJpg-dkuVrOBELm

2026-09-21 14:57 👁 1,693 👍 7 💬 0 ↗ 3

相似频道

基于 Telegram 官方相似频道推荐

暂无相似频道

等待相似频道抓取任务运行。