Manni Barnootaa Bultii Addaa Dodolaa Barattoota Qabxii Olaanaa Galmeessaniif Beekamtii Kenne Manni Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Bultii Addaa Dodolaa barattoota bara 2018 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa galmeessaniif beekamtii kenne. Dura bu’aan m…
Oromia Education Bureau
频道Oromia Education Bureau is strongly working on improvement of quality education in Oromia Regional State and all over the Country.
互动与广告
近 30 天帖子聚合
- 平均反应
- 4
- 平均评论
- 0.2
- 平均转发
- 0.2
- 广告帖子(30 天)
- 0
- 广告占比
- 0.0%
- 被提及(30 天)
- 0
榜单位置
各窗口最近一次榜单
暂未进入榜单
频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。
最近帖子
按发布时间倒序,最多展示 8 条
Hogganaan BBO Hoggantoota Waajjira Barnootaa Godinaalee Gurmaa'ina Haaraan Muudaman Waliin Marii Taasisan. BBO - Onkololeessa 07/2019 Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Bultoosaa Hirkoofi Hog. I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaa obbo Nuuraa Guyyoo waliin ta'uun…
#Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2019 Guutumaan Guututti Kompitararratti Hundaa'e /#CBT/'n Kan Kennamu Ta'uun Beekame. ------------- BBO - Onkololeessa 06/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2019 Guutuu Oromiyaatti…
(无文本内容)
#BEEKSISABarattoota MBBA Federaalaa #WALISOO Hundaaf! BBO - Fulbaana 14/2019 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa barattoota Haaraafi Buleeyyii MBBA Federaalaa guyyaan gara manneen barnootaa itti ramadamaniitti Fulbaana 18 -19/2019tti galuu qaban jechuun waamicha…
Barattoota MBIBBAfi MBBAWMO Sad. 2ffaa Hundaaf! --------------- BBO - Fulbaana 13/2019 Barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Sad. 2ffaa Haaraafi Buleeyyin Gaafa #Fulbaana_19 - 20/2019 gar…
Hojiin Hordoffiifi Deeggarsa Ogummaa Godina Harargee Bahaatti Har'a Eegalame. BBO - 13/01/2019 Hojiin hordoffiifi deeggarsa ogummaa manneen barnootaaf taasifamu Godina Harargee Bahaatti har'a ibsa hoggantootaafi ogeessota barnootaa godinichaaf kennameen eegale…
Hojiin Supparviizyinii Barnootaa Kaleessarraa Jalqabe Har'as Itti Fufeera. BBO - Fulbaana 12/2019 Hojiin Supparviizyinii Barnootaa Qindoomina Hoggansaafi Ogeessota BBOfi Waajjira Barnootaa Godinaaleefi Magaalotaa Waliin Manneen Barnootaa Irratti Gaggeeffamu Ha…
相似频道
基于 Telegram 官方相似频道推荐
暂无相似频道
等待相似频道抓取任务运行。