Hordooftota amaanta kirstaanaf miseensoota Garee Walaloo Jaalala hundii keessaan bagaa boqaa birraa geessaan Akkaasuma ayyaana guddicha , masqalaa mooti ayyaanna nagaan geessaan Ayyaanichi hundumaa keessanif ayyaanaa garii akkaa ta'un hawwaa Booka unaa coomaa…
互动与广告
近 30 天帖子聚合
- 平均反应
- —
- 平均评论
- —
- 平均转发
- —
- 广告帖子(30 天)
- 0
- 广告占比
- —
- 被提及(30 天)
- 0
榜单位置
各窗口最近一次榜单
暂未进入榜单
频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。
最近帖子
按发布时间倒序,最多展示 8 条
Profile onnee koo Mootitti moote qalbii Akkaamum na jaallata Kan naf si umee rabbii Homaan hir'uu sin gonee Wan hundumaan si faayee Wallaakka onnee kooti Akkaa teessuf si kaayee Naf arjoomtee Jaalala Akkaan onnee kee bituuf Atis ulaa naf baante Akkaan onnee ke…
Miseensonii maxxaansa walaalo Jaalala Hundii keessaan bagaa baraa haraa 2019ti nagaan ceetan nagaan ceene jeechu barbaada Barrii haraa Kun Baraa Nagaa Baraa milkaa'ina Baraa Jaalala Baraa Tokkumaa Akkaa nuf ta'un hawwaa Baraa haraa milkaa'ina haraan Simaannee…
Abdiin jiruu kiyyaa Sumaa kanan eegu Amaala kee malee Kan hormaati hin beeku Dhagaa'uf afuura kee Onnee kootu na gagaaba Afuraa kee obsuudhaf Garaa kankoo na dadhaaba ✍️ Zelalem Lema ❤️👈 https://t.me/MiraaJalalewwani
Jaalala onnee qulqulluu Bubbeen baraa hin raastu Qalbii dhugaan wal feetu Humtuu addaa hin baastu Waliif eegii hirbuu Hamma gafaa duutu Jaalannan jaaladhu Keenni onnee guutu Yoo jibbiittee jibbii Onnee keessaa haqii Kan jalaatte biraa Barbaadadhu dhaqii Yoon j…
#Ammaayyaa # Walisoo #Amboo Hidhaata akkaami waliin qabuu itti dhiyaadha Seena gabaaba kana wa'ee magaala ambo of keessaati qabaate dubbisaa 🫶👏❤️ Qe'ee Torban Kuttaayee Amboo Hambaa Lafaa Amboo Lafa Seenaa Qe’ee gootota kanneen akka:#Daraaraa-Kafanii, #Jaagama…
Hacee 🥺 Goota dhugaa malee Hin yaanne wan garaa Osoo lubbuun jiraatte Agarteeti waan maraa Silaa yoona geerarte Wa jeettaayyu wan baraa ✍️Waloo Zalaalam Lamma 👈 https://t.me/MiraaJalalewwani
Ilaa👈 Fafakkeessa bultaa tanaan Hundu yeroof si maxxisaa Fana dhugaa dukaa dhofnaan Hunduumatu si faccisaa Ofi ibsuudhaf dhugaan Tasummayyu hin sardaamtu Harkaan hin qabaatamtu Ijaa namaatti hin argaamtu Microscopin dhugaa Bakkaa jirtuu dawwaatu Ifaa baasu hin…
相似频道
基于 Telegram 官方相似频道推荐
暂无相似频道
等待相似频道抓取任务运行。