Walaloo mi'ooftuu

频道
@umarsheAhmad · 未分类 · — · 英语

Qartuu qalbii namaa, yaada yoo qabaattan @UmarsheAhmadl qunnamaa! Walaloo mi'ooftuu unadhaa sammuu keessan bohaarsaa feetan galma'aa. Nashiidaa keenyas argadhaa # YouTube kiya subscribe godha https://youtu.be/2TLrfOwlK3I Email: [email protected]

暂无评级
最近同步 20 小时前
收录于 2026-10-29
订阅数 6,802 7 日 — · 30 日 —
30 天平均曝光 — 近 24h 0
互动率(ERR) 0.0% 7 天发帖 0
广告投放评级 — Ads Index —

订阅数趋势

暂无历史快照

暂无订阅曲线

频道同步积累更多快照后,这里会显示趋势图。

近 30 天曝光

每日帖子浏览总量

暂无曝光数据

每日指标任务运行后生成。

互动与广告

近 30 天帖子聚合

平均反应
—
平均评论
—
平均转发
—
广告帖子(30 天)
0
广告占比
—
被提及(30 天)
0

榜单位置

各窗口最近一次榜单

全部榜单 →

暂未进入榜单

频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。

最近帖子

按发布时间倒序,最多展示 8 条

在 Telegram 查看 →

(无文本内容)

2021-03-02 20:49 👁 4.7万 👍 0 💬 0 ↗ 24

~homaan taanu! Dhagahi siifan himaa Dubbii haqaaf qulqulluu Osoo rabbiin hin qabaannee Guyyaa tokkon bulluu Akka nyaata dhabeef Namni silaa ni du'aa Akka ilma namaaf Afaan boollaa bu'aa Garuu murtiin sirraati Murtiin sirriif haqaa Nu osoo sin qabaannee Yoona s…

2021-03-02 20:48 👁 4.7万 👍 0 💬 0 ↗ 138

Urjii samaawwaataa Qaroo ija keenyaa Yaadhaalaa Ambiyaa Har'a maal dhageenyaa? Yaa Abbaa Ulamootaa Yaa Goobana lafaa Rabbiin siif kadhachuu Maaltu sirraa hafaa? Yaa abbaa keenya gaarii Yaabareedaa ija kuulaa Sheeka sheekowwanii Yaa shekh Adem Tuulaa Kan dukkan…

2021-02-21 23:33 👁 4.1万 👍 0 💬 0 ↗ 103

As wr wb❤️ isinan jaalladha

2021-01-24 18:19 👁 3.8万 👍 0 💬 0 ↗ 13

Ati inni shuumtee shaartu Olbaaftee gad-buuftu ilma namaa Bakkattafaan siqofa Situ nuuf amanamaa Gaachana isaanirraa kaastee Gooftaan isaan gootu qullaa hamaaf hamtuu fashaleessi Harkakeetiin bullaa Warra hammaatee daangaa darbe Hedduu qabda gooftaa Silaa shuu…

2021-01-21 02:05 👁 3.7万 👍 0 💬 0 ↗ 48

Guyyaa Nagaaf gammchuu Kan jaalalaf nageenyaa Bilisaan haa jiraatu Inni dhihoof fageenyaa Kun hawwii kooti Ilma namaa hundaaf Osoo Adda hin baasin Isa xiqqaa guddaa

2021-01-17 11:35 👁 3.6万 👍 0 💬 0 ↗ 104

Tulluun ofiin beekee siduraa kufu hin jiru, akkasumas Tulluun ati dhiibnaan siduraa kufuu didus hin jiru.

2020-11-04 18:38 👁 3.6万 👍 0 💬 0 ↗ 23

Isin hin argin iji hamtuu Isin irraa haaqabu rabbiin Gammadaatii jiraadhaa Isin hin cabin qalbiin❤️

2020-11-03 14:30 👁 3.5万 👍 0 💬 0 ↗ 55

相似频道

基于 Telegram 官方相似频道推荐

暂无相似频道

等待相似频道抓取任务运行。