YOUTH FOR CHRIST MINISTRY

频道
@Youth4Christ1 · 宗教与灵性 · 🇪🇹 埃塞俄比亚 · 爪哇语

Engaged for Christ TastE & SEE THE LORD IS GOOD Come join us for an inspirational word from God. We are an imperfect people serving a perfect God! So, let’s exalt His name together and worship Him in the beautify of His holiness! God loves you💝

广告 C
最近同步 14 天前
收录于 2026-10-10
订阅数 1.1万 7 日 — · 30 日 —
30 天平均曝光 254 近 24h 105
互动率(ERR) 1.0% 7 天发帖 6
广告投放评级 C Ads Index 40

订阅数趋势

暂无历史快照

暂无订阅曲线

频道同步积累更多快照后,这里会显示趋势图。

近 30 天曝光

每日帖子浏览总量

暂无曝光数据

每日指标任务运行后生成。

互动与广告

近 30 天帖子聚合

平均反应
0.9
平均评论
0.1
平均转发
0.4
广告帖子(30 天)
0
广告占比
0.0%
被提及(30 天)
4

榜单位置

各窗口最近一次榜单

全部榜单 →

暂未进入榜单

频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。

最近帖子

按发布时间倒序,最多展示 8 条

在 Telegram 查看 →

UTUU MAARIYAAM HIN JIRTU TA'EE YESUUS EENYURRAA DHALATAA? Yeroo baay'ee maxxansakoo jalatti obboloonnikoo Ortodoksii ni gaafatu. Utuu Maariyaam hin jirtu ta'ee Yesus eenyurraa dhalata? jedhu. Kunis yeroo iddoo fi hojii Yesus Maariyaamiiif kennuu barbaadaniidha…

2026-10-14 02:55 👁 61 👍 0 💬 0 ↗ 1

Bara 1943 Amanuel Abraham yeroo gara biyyaatti deebi’an al tokichaan miseensa Waldaa Makane Yesusii Itopiyaa Ta’an. Utuu baayyee hinturiinis jaarsa waldaa ta’anii filamuudhaan tajajilaniiru. January 25 bara 1963 ti Prezidantii waldaa Makane Yesusii Itopiya Ta’…

2026-10-13 16:23 👁 91 👍 0 💬 1 ↗ 0

Seenaa Ammanuel Abraham beektuu? (1913 - 2016) Amanual Abraham Bitootessa 17, bara 1913 wallaaggaa dhihaa, Bojjii nano Bantii Adaree, mana akkakayyuu isanii Malimmoo Gamaa keessaatii, abbaa isaanii Obbo Abraham Tatoo fi hadha isaanii Adde Qanaatuu Malimmoo irr…

2026-10-13 16:23 👁 81 👍 0 💬 0 ↗ 0

#Qur'aanni #Kiristaana Na Godhe. ‌‎Gaaf tokko, " #YESUS Waaqayyo miti" jedhee namoota duratti lallabaan ture. Achiis warra na dhaggeeffachaa turan keessaa dubartiin tokko, "Yesus ofii isaatii eenyu?" nan jette Kanaaf, yeroo sanaa kaasee waaʼee #YESUS Caalaatti…

2026-10-12 04:03 👁 126 👍 5 💬 0 ↗ 2

Macaafa Saamu’eel Isa Duraa Boqonnaa 2 keessatti, faarfannaa galataa Haannaa, gartokkeen immoo manca'uun naamusaa maatii Elii lubichaa fi guddina Saamu’eel mucichaa wal bira qabnee arganna. Boqonnaan kun akkamitti Waaqayyo warra of-tuulu gadi deebisee, warra g…

2026-10-11 12:01 👁 134 👍 2 💬 0 ↗ 0

Xibaartota 300 tu na ajjeesuuf ergame! ====================≈====== " Bara 1961 Kiruseedii Wangeelaa biyya Hayitii jedhamtuttin lallabuuf deeme. Biyyattiin teessoo macca hafuura hamminaa turte. Affeera bulchaa biyyaatiin kanan waamame yoo ta'u, buufata xiyyaara…

2026-10-10 08:27 👁 140 👍 2 💬 0 ↗ 0

Muuslimota 100,000 gara Yesusitti fide! ============================== Harun Ibraahimiin jedhama. Muslima biyya Israa'el maatii Arabotaa irraan dhaladhe. Hordofaa amantaa Islaamaa kanan ture yoo ta'u haati manaa koo immoo kiristaana lammii biyya Ireland mandar…

2026-10-08 23:16 👁 158 👍 1 💬 0 ↗ 0

#Kanaaf obboleessa/tti koo anif attis akkuma sagaleen gooftichaa jedhu hardha qorree of haa ilaallu, warri dura keenya turan, Attamitti akka jiraatan, akka du'ani, jireenya isaanii keessaa wanta argame haa ilaallu, fakkeenya amantii isaanii fudhannee duukaa ha…

2026-10-08 13:17 👁 133 👍 0 💬 0 ↗ 0

相似频道

基于 Telegram 官方相似频道推荐

暂无相似频道

等待相似频道抓取任务运行。