IFA DHALOOTAA MINISTIRII

频道
@IFA_DHALOOTAA · 宗教与灵性 · 🇫🇮 芬兰 · 爪哇语

√Addaam bakka mijataa jannata keessa utuu jiraatuu seexanaan mo'ame;Yesuus garuu bakka mijataa hin taane,lafa onaa keessatti seexana moo'ate.eeyyee yoomiyyuu Yesuus hundumaa in caala! √Barumsaawwan gaggabaaboon chaanali kanaan ni kennamu,itti fayyadamaa!

广告 D+
最近同步 7 天前
收录于 2026-10-10
订阅数 2,714 7 日 — · 30 日 —
30 天平均曝光 62 近 24h 18
互动率(ERR) 0.7% 7 天发帖 8
广告投放评级 D+ Ads Index 33

订阅数趋势

暂无历史快照

暂无订阅曲线

频道同步积累更多快照后,这里会显示趋势图。

近 30 天曝光

每日帖子浏览总量

暂无曝光数据

每日指标任务运行后生成。

互动与广告

近 30 天帖子聚合

平均反应
0.1
平均评论
0.0
平均转发
0.1
广告帖子(30 天)
0
广告占比
0.0%
被提及(30 天)
0

榜单位置

各窗口最近一次榜单

全部榜单 →

暂未进入榜单

频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。

最近帖子

按发布时间倒序,最多展示 8 条

在 Telegram 查看 →

Haara'umsi Awurooppaatti jalqabe kunis namoota Waaaayyoon ittiin amanamummaasaa waldaatti agarsiiseen tikfamaa, namoota garaa isaanii ofirratti gooftaa godhataniin immoo daandii irraa bitintirfamaa biyyoota gara garaatti babal'achuu jalqabe. Karaalee ittiin ha…

2026-10-21 19:34 👁 24 👍 0 💬 0 ↗ 0

Joon nooksi namni jedhamu bara 1554 Jenevaa yeroo daawwatutti “Bara ergamootaarraa kaasee magaalota lafarra turan keessaa sadarkaa daran olaanaadhaan magaalattiin mana barnootaa barsiisa kiristoos" akka taate barreesseera. Mucaansaa jalqabaa umurii torban lama…

2026-10-21 19:34 👁 17 👍 0 💬 0 ↗ 0

Isa waliin hidhata hojii fi hayyuu og waaqummaa kan ture akkuma Luuter geggeessaa haara'umsichaa ziwiingiliifi melaankiton hojjetoota gooftaa kanneen seenaan.isaan hin dagannedha. 5. 𝑱𝒐𝒐𝒏 𝒌𝒂𝒍𝒗𝒊𝒊𝒏 (𝒀𝒐𝒉𝒂𝒂𝒏𝒏𝒊𝒔 𝒌𝒂𝒍𝒗𝒊𝒊𝒏) "Gooftaa yeellaasisuurra si'a 100 du'uun fil…

2026-10-21 19:34 👁 10 👍 0 💬 0 ↗ 0

kana booda jireenyi lafa kanarraa nahaa ga'u. Haadha manaa fuudhuuu dabalatee waan namni lafa kanarratti ittiin gammadu hundumaa balfuun barakoo hafe lubbuukoofan jiraadha, jedhee gadaamii galuun jireenya hafuuraatti cichuu fi dhoksaawwan qulqullaa'oo kabajuu…

2026-10-21 19:34 👁 10 👍 0 💬 0 ↗ 0

Yommuu taateen kun hundinuu ta'etti namoonni wawwaatan hedduun turaniiru. Garuu caasaa fi sirni bulchiinsa waldaa Kiristiyaanaa rakkoo mudatee ture furuuf mijataa hin turre. Phaaphaasiin waldaa Kaatolikii Roomaa aboo qaccee ergamootaa (authority of apostolic s…

2026-10-21 19:34 👁 11 👍 0 💬 0 ↗ 0

biyyoota hundumaa hirmaachise godhamuudhaan barumsoonni sobaa wangeela waaqayyoo bakka hin buune yeroo isaan itti ifatamaniidha. Haata'u malee garuu akkasumas waldaa Kiristiyaanaa barsiisa isheerraa wanti ishee raasu, bifa dhugaa isheen qabdu turte kan ishee d…

2026-10-21 19:34 👁 11 👍 0 💬 0 ↗ 0

𝐖𝐀𝐀𝐐𝐀𝐘𝐘𝐎 𝐈𝐍𝐍𝐈 𝐊𝐀𝐊𝐔𝐔 𝐈𝐒𝐀𝐀𝐅 𝐀𝐌𝐀𝐍𝐀𝐌𝐀𝐀 𝐓𝐀’𝐄! Warra isin geggeessanii, dubbii Waaqayyoo isinitti himanii turan yaadadhaa! Attamitti akka jiraatan akka du'anis, jireenya isaanii keessaa wanta argames ilaalaa, fakkeenya amantii isaanii fudhadhaa duukaa bu'aa! Ibr 13:…

2026-10-21 19:34 👁 17 👍 0 💬 0 ↗ 0

MACAAFA 67ffaa ••••••••••••••••••••••• '"Yeroo xinnoo booddees warri achi dhaabatan ol dhufanii Phexrosiin, "Ati dhuguma isaan keessaa tokko, akki haasaa keetii iyyuu si lafafa" jedhan.'" [Mat 26:73] "Nuti kan lallabnuu fi barsiisnu kan barreeffamee jiru Macaa…

2026-10-18 21:16 👁 47 👍 0 💬 0 ↗ 0

相似频道

基于 Telegram 官方相似频道推荐

暂无相似频道

等待相似频道抓取任务运行。