Special thanks to the staff of St. Paul’s Hospital!🙏🙏 Harka maashiniin addaan kutame bifa kanaan deebisanii yaalii gahaa taasisaniif! Hojii ajaa'ibaati! 👏
Dr. Abdi Adugna (MD)
频道Chaanalii kanaan; Dhimmoonni fayyaafi saayikoolojii ni tamsaasifamu! Isinis nu faana ta'aa! Gaaffii yoo qabattan; @Thomsankar
互动与广告
近 30 天帖子聚合
- 平均反应
- 5.2
- 平均评论
- 0
- 平均转发
- 1.4
- 广告帖子(30 天)
- 0
- 广告占比
- 0.0%
- 被提及(30 天)
- 0
榜单位置
各窗口最近一次榜单
暂未进入榜单
频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。
最近帖子
按发布时间倒序,最多展示 8 条
Kuni shuumoo osoo hin taane, Cirracha Kaleeti!!! Irra jireessa, Bishaan gahaa ta'e dhuguu dhabuu irraa namatti dhufa!!! Akkuma qorichi gaafa nuuf ajajame seera eegnee dirqamnee fudhannu, bishaanis faayidaa heddu arganna waan ta'eef guyyaatti burcuqqoo 6-8ti di…
KAANSARII HARMAA - Breast Cancer Kaansariin Harmaa kaansarii seelii harmaa irraa ka'u ykn ba'u dha. Kaansariin kun gara caalu ykn hedduminaan (99%) dubartii irratti muldhata. Haa ta'u malee dhiira irrattis (1%) darbee darbee muldhachuu danda'a. Kaansariin Harm…
(无文本内容)
Irreechi dhufnaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Oromoon dhibamnaan.." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Oromoon buqqaafamnaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Oromoon Ajj**famnaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Simannaan Aartistii Oromoo jiraannaan…
(无文本内容)
(无文本内容)
"#Ni_danda'aa?" "Namni garaacha (Stomach )malee jiraachuu ni danda'aa?" Tokkotu akkana jedhee na gaafate. Deebii isaa siniifis haa qoodu. Sababoota garagaraaf garaachi guutummaa guutuutti baafamuu (Total gastrectomy) danda'a. Yeroo kana, ujummoon nyaataa (…
相似频道
基于 Telegram 官方相似频道推荐
暂无相似频道
等待相似频道抓取任务运行。