KAANSARII HARMAA - Breast Cancer Kaansariin Harmaa kaansarii seelii harmaa irraa ka'u ykn ba'u dha. Kaansariin kun gara caalu ykn hedduminaan (99%) dubartii irratti muldhata. Haa ta'u malee dhiira irrattis (1%) darbee darbee muldhachuu danda'a. Kaansariin Harm…
Dr Bulti Health Tips
频道Your daily dose of trusted health tips, medical insights, wellness advice, and disease prevention strategies! Learn, stay healthy, and live better. #YouTube kiyya link gadii kana SUBSCRIBE👇 godhaa🙏🥰 https://www.youtube.com/@drbulti
互动与广告
近 30 天帖子聚合
- 平均反应
- 7
- 平均评论
- 0
- 平均转发
- 4
- 广告帖子(30 天)
- 0
- 广告占比
- 0.0%
- 被提及(30 天)
- 0
榜单位置
各窗口最近一次榜单
暂未进入榜单
频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。
最近帖子
按发布时间倒序,最多展示 8 条
Tramadol is medicine, not a recreational drug. Dear Young People, Please Listen. Tramadol is a medicine. It is NOT a safe recreational drug. You may hear someone say: It's just a painkiller. Everyone is using it. It gives you energy. It helps you forget your p…
Happy New Year! Ayyaana milkii isiniif haa ta'u!
ERGAA HUBANNOO HAWAASAA FI OGEESSOTA FAYYAAF QUUFAA MORMAA (GOITER) / HUCCUBA Waa’ee Quufa Mormaa/Huccubaa Waan Beekuu Qabnu 1. Quufni Mormaa/Huccubni hundi qorichoota akka PTU, Propranolol ykn Lugol’s iodine tiin yaalamuu qabaa? Lakki! Quufa Mormaa/Huccuba (G…
#Mallattoolee_Kaansarii_Harmaa ~~~ 🔴Dhiitoon harma ykn bobaa jalatti dhiita'uu 🔴Harmi lamaan guddinaan walcaaluu 🔴Guddina ykn boca harmaarratti jijjiiramni jiraachuu 🔴Gogaan harmaa madaa'uu ykn jijjiiramuu 🔴Fiixeen harmaa diimachuu ykn gogaan qunca'uu 🔴Fiixeen…
#DHUKKUBA_AMEEBAA (AMOEBIASIS) Ameebaan, dhukkuba orgaanizimii maxxantuu xixiqqoo 'Entamoeba Histolytica' jedhamaniin kan dhufudha. Ameebaan irra caalaatti mar'immaan keenya kan miidhu yeroo ta'u, mar'immaanii alattis tiruu, onnee akkasumas somba keenya miidhu…
#QUFAA 🔹️🔹️🔹️🔹️🔹️🔹️ Qufaan yeroo baay'ee ariifachiisaa kan ta'eefi ujummoolee qilleensaa qulqulleessuuf kan yeroo gabaabaaf turu(torban 3 gadi)ykn yeroo dheeraaf(torban 4 ol) kan namarra turu ta'uu danda'a. #Qufaa_maalfaatu_namatti_fida? 🔰Utaalloo 🔰Influenza 🔰…
#Dhukkubbii_yeroo_konkolaataan_karaa_deemanii (#MOTION_SICKNESS) ☆☆☆☆☆ Namni konkolaataan ykn aeroplane karaa deemu ofiisaa ykn namni biraan yeroo dhukkuba kanaan rakkatu ni argina. Singiggoo, ol deebisuu, mataa dhukkubbiin guutummaatti deemsa sana jibbisiisaa…
相似频道
基于 Telegram 官方相似频道推荐
暂无相似频道
等待相似频道抓取任务运行。