Deeggartoonni istaadiyeema guutuu tapha daawachuuf, Abbootiin qabeenyaa garuu daldalaaf achi jiru. Kanuma | 8ssoo #Ethiopia #viralpost #Oromoo #HundeysaSuleiman #oro #business #afaanoromoo
Hundeysa Suleiman ♾️
频道📍 BUSINESS | ECONOMICS | STRATEGY | MARKETING In Afaan Oromoo | Amharic 🌍 Breaking down the what, how & why behind them into simple, practical insights. 📊 📍My goal is to make knowledge understandable, useful & actionable for everyday growth.
互动与广告
近 30 天帖子聚合
- 平均反应
- —
- 平均评论
- —
- 平均转发
- —
- 广告帖子(30 天)
- 0
- 广告占比
- —
- 被提及(30 天)
- 0
榜单位置
各窗口最近一次榜单
暂未进入榜单
频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。
最近帖子
按发布时间倒序,最多展示 8 条
Xiyyeeffannoon sharafa haaraya, ogummaan itti fayyadami. Kanuma | 7ssoo #Ethiopia #viralpost #Oromoo #HundeysaSuleiman #oro #business #afaanoromoo
Gonfoon arra ati qaxaamuran goonfatte cuftinuu idaa ati hegeree dhala waliin kafaluuf jirtu. Kanuma | 6ssoo #Ethiopia #viralpost #Oromoo #HundeysaSuleiman #oro #business #afaanoromoo
Ilmi nama oomisha naannoo isaati. Naannoo kee guyya guyyaan eenyu akka ati taatu si bocaa jiru; kanaaf ammoo hayyama sin gaafatu. Kanuma | 5ssoo #viralpost #hundeysasuleiman #oro #Ethiopia #fypシ゚viralシ #business #diinaggee
Iftinni miraa miti; tarsiimoodha. Kanuma | 4sso #viralpost #hundeysasuleiman #Ethiopia #business #oro
Dandeeytiin obsaan eeggachuudha, hamma irra baayyeen namaa tilmaamuu olitti gatii guddoo baafti. Kanuma | 3ssoo #Ethiopia #viralpost #Oromoo #HundeysaSuleiman
Moggaasa kee fana dhahuu bikka cimina itti qabdu daran cimsuu fii bikkaa hanqinni arkameeti yaroon adda baaste tarkaanfii fooyye'insa akka taasistu si gargaara. Dhaabbileen bebbeekamoon addunyaarratti akkaan beekamaa tahan kanneen akka #Nike #Apple #coca_cola…
Akkamiin eenyummaa daldalaa jaarranna? **💥 Dhaabbilee fii daldaltoonni Jaarraa 21ffaa tan keeysatti milkaahuuf tooftaalee fii tarsiimoo Jaarraa tana waliin isaan tarkaanfachiisu hordofuun dirqama filannoo hin qabne. Tooftaalee fii tarsiimoo Jaarraa 21ffaa kana…
相似频道
基于 Telegram 官方相似频道推荐
暂无相似频道
等待相似频道抓取任务运行。