"Namni waa beeku homaa hin beeku" jechuun maal jechuudha?😎
Burqaa jaalala dhugaa 💓
频道Walaloo jaalalaa toora kanaan ni argattu, walaloo jaalalaa yoo qabaattan share nuuf godhaa @ https://t.me/Jalalaadh🌹💌 @ https://t.me/walaloojalal 💘💘💘💘 @Hamdiishaa
互动与广告
近 30 天帖子聚合
- 平均反应
- 16.5
- 平均评论
- 0.7
- 平均转发
- 1.5
- 广告帖子(30 天)
- 0
- 广告占比
- 0.0%
- 被提及(30 天)
- 8
榜单位置
各窗口最近一次榜单
暂未进入榜单
频道进入榜单池并满足数据条件后会显示名次。
最近帖子
按发布时间倒序,最多展示 8 条
Shamarran gaafa jalqaba heerumtu laakkofsa bilbilaa Abbaa manaa ishee akkanatti save godhatti..... 😂 Guyyaa jalqabaa... My 💕 love... xiqqoo bubbullaa .... Gaalii/qaalii koo....😮 yoo ijoollee horan.... Abbaa Abdallaa... 👨👧👦 Gaafa manguddooamn.... Jaarsattii..…
Dhiiroonnii durba sodaattan garuu dhumni keessan akkam taha laata hin fuutumoo hin dhiistu. Anas dabalatee😁😁 akkam taana laata?😭 Dhirota durba sodataniif share godhaa 👍😂😂😂😂😂
intalli ati jaallattu halkan Gaafa s'atii 8titti Bilbiltee" dhiifama hirriba keessan si kaasee mitii yeroo siin jettu . . . lakki ciree hojjechuuf utuun misira funaanuu bilbilte🙃🥲🥲😂😂 👍+😂+share 👍😂😂😂😂😂
Akka baankii Daldalaatti osoon suura keessan hin maxxansiin namoonni Ani liqii sinirraa qabu dafaa deebisaa!
Facebook irraa Gara Telegram gafaan dhufu akka nama Badiyyaa irraa gara magalaa dhufe natti fakkaate!😄😁😂😄
🙍♀: Afaan oromootiin "I don't know" jachuun maal jachuudha? 🙍♂: ani hin beekne 🙍♀: siila beekte na ajaa'iba ture Kan hubate: 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Intallii gabaabduun ollaa keenyaa tokko ulfooftee . . . qubee xiqqaa "b" fakkatti🙊🙈🙉🤣🤣🤣
相似频道
基于 Telegram 官方相似频道推荐
- 订阅
- 6,813
- 7 日涨粉
- —
- 互动率
- 0.0%
- 订阅
- 1,386
- 7 日涨粉
- —
- 互动率
- 0.0%
- 订阅
- 2,383
- 7 日涨粉
- —
- 互动率
- 9.3%
- 订阅
- 719
- 7 日涨粉
- —
- 互动率
- 0.0%
- 订阅
- 2,189
- 7 日涨粉
- —
- 互动率
- 0.0%
- 订阅
- 894
- 7 日涨粉
- —
- 互动率
- 11.6%
- 订阅
- 1,174
- 7 日涨粉
- —
- 互动率
- 0.0%
- 订阅
- 2,899
- 7 日涨粉
- —
- 互动率
- 0.0%
- 订阅
- 6,802
- 7 日涨粉
- —
- 互动率
- 0.0%
- 订阅
- 3,386
- 7 日涨粉
- —
- 互动率
- 0.0%